header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Mormiin Sochii Boba’aa Ugguruu guutuu biyyattii keessatti jalqabame

Mormiin Sochii Boba’aa ugguruu Qeerroon torbaan tokkoof yaamte guutuu biyyaatti jalqabame. Mormii kanaan Bootteen Boba’aa fe’u kamiyyuu Suudaanii fi Jibuutii irraa gara biyyaa akka hinseenne kan dhoorkame yoo tahu, haaluma walfakkaatuun Bootteen Boba’aa biyya kessattis iddoo irra gara iddootti akka hin sochoone dhoorkame.

Kanuma hordofuun guyyaa har’aa konkolaatonni (Bootteen) Boba’aa fe’an guutuu biyyattii keessatti kan dhaabbatan tahuu gabaasni argame ni mul’isa. Buufataaleen boba’a magaalaa Finfinnee keessa argamanis hiriira fayyadamtoota Boba’aatiin kan cinqaman tahuunis beekame.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button