header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Lammiilee Keenya magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii Qubsiifamaniif gargaarsi godhame

Lammiilee Oromoo naannoo Somaalee irraa buqqifaman Bulchiinsa magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhitti guyyoottan darban keessa hujiin qubsiisuu jalqabamuu isaa isinii gabaasuun keenya ni yaadatama.

Haaluma kanaan guyyaa har’aas lammiilee kanneeniif gareen Uztaas Raayyaa Abbaa Maccaa fi Ustaaz Sufyaaniin hoogganamu gargaarsa walitti qabaniin, firaashiiwwan 300 bitanii ummataaf geessuun, jabaadhaa cimaa isin faana jirra jechuun kan ilaalan tahuu waajjirri Koomunikeeshiinii magaalattii gabaase.
__
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
Telegram Channel 
Blog

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button