Qormaata

Qormaata Elektiriik iil

0%
28 votes, 3.9 avg
170
Created on By nuuralhudaa

Qormaata Tafakkur- Elektiriik iil

Gaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu.

1 / 6

1. Qurxummiin Elektiriik iil laggeen Ameerikaa kibbaa keessatti argama.

2 / 6

2. Qurxummiin Elektiriik iil jedhamu inni guddaan hagam ulfaata?

3 / 6

3. Haadhoon Qurxummii Electiriik iil hanqaaquu haga meeqaa buusti?

4 / 6

4. Qaama Qurxummii Elektiriik iil keessaa kan anniisaa elektiriikii maddisiisu dhibbentaa meeqa taha?

5 / 6

5. Namni Jalqaba baatrii nuti amma fayyadamnu kana hojjate eenyu?

6 / 6

6. Namni Jalqaba Qurxummii Elektiriik iil jedhamu argate eenyu?

Your score is

The average score is 58%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

Qormaata qopheessutti jirru kana akkamitti madaalta. yoo haalaan si gammachiise urjii 5 nuuf kenni. yoo si gammachiisuu dhabe ammoo urjii 1-4 keessaa hanga barbaadde kenni. galatoomi!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Related Articles

Back to top button