header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Aadde Mufariyaat Kaamil dura teessuu Warraaqsa Dimokraasumma Ummatoota Kibbaa  ta’uun filatamte.

Afayaa’iin Paarlaamaa Itoophiyaa Aadde Mufariyaat Kaamil dura teessuu dhaabbatichaa ta’uun kan filatamte, obbo Shifarraawu Shugguxee dura taa’ummaarraa ka’uuf eega gaafateen booda tahuu gabaasni arganne ni mul’isa.

 

Dhaabbatichi dura teessuu isaa kan filate walgahii ariifachiisaa Waajjira Muummicha Ministeraatti har’a gaggeesseen tahuun beekamee jira.

 

Obbo Shifarraawu Shugguxee ibsa har’a waaree booda kenneen, walitti bu’iinsa dhiheenya kana Naannoo Ummatoota Kibbaa keessatti uumameen walqabatee taayitaa isaa gad lakkisuuf kan gaafate tahuu ibse.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button