Gurbaan tokko ergamaa Rabbii Muhammad (ﷺ) tti dhufee " yaa Ergamaa Rabbii! Dalagaa yoonin isii dalage Rabbii fi namnilleen na jaalatutti…
Eeyyeen ulaagaa sadiin Ibaadaan Qeebalamti. 1. Rabbitti amanuu(tokkichoomsuu) 2. Rabbi qofaaf godhuu 3. Akka ergamaan Rabbii Muhammadﷺ dalaganitti raawwachuu qabna.…
Dhaabbileen 36 mootummaan ala tahan kunniin biyyoota 13 irraa kan walitti dhufan yoo tahu, Manni Maree Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota…
Koreen kun yaa'ii idilee isaa tokkoffaa guyyoota lamaaf geggeessee xumuruu ibse. Yaa'ii kana irratti bakka bu’oonni koree hoji raawwachiistuu Majlisa…
Sagantaa Muhaadaraa Magaalaa Dirree Dhawaa keessatti Alhada har'a mata duree "tokkummaa fi jaalala" jedhuun gaggeeyfame kana irratti ulamaa'ota, du'aatotaa fi…
Namni waan Rabbiin eeyyame dhoorguu keessatti yookaan Waan Rabbiin dhoorge eeyyamuu keessatti beektotaan yookaan hoggantootaan bule dhugumatti Gabbaramtoota isaan godhate.…
Madaalli dalagaa ilma namaa hunduu niyyaa irratti hundaa'a. Niyyaa bakka lamatti qooduun ni danda'ama. Isaanis: Ikhlaasaafi niyyaa dalagaa ittiin adda…
Namni Rabbiin isa jaalate dachii fi samittis jaalalatu labsamaaf. Kan Rabbi biratti jibbames akkasuma.Hadiisa Abuu Hureyraan odeesse keessatti Nabiyyiin (ﷺ)…
Manni marii waliigala Ulamaa Majlisa Oromiyaa kibxata kaleessaa galma aadaa Oromoo magaalaa Finfinneetti argamutti yaa'ii idilee gaggeesse. Yaa'icharratti Ulamaan godinaalee…
Rabbiin ol ta’e ni jedhe:{وَمَا خَلَقْتُ الْجِنَّ وَالْإِنْسَ إِلَّا لِيَعْبُدُونِ} [الذاريات: 56]“Ani jinnootaafi namootas ana haa gabbaraniif malee hin uumne.”…