header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Artist Haacaaluu Hundeessaa Ajjeefame

Artist Haacaaluu Hundeessaa galgala harraa magaalaa Finfinnee naannoo Galaaniitti rasaasaan dhahame kan ajjeefame tahuu gabaafame.

Komishiiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee Komishnar Geetuu Argaawu, Poolisiin magaalichaa qaamolee nageenyaa biroo waliin tahuun, namoota Ajjeechaa kanaan Shakkaman muraasni to’anaa jala oolfamu EBC’f hime.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button