
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Balaa Konkolaataa Godina Harargee Lixaa Keessatti muudateen lubbuun nama 10 dabre
Waajjirri Kominikeeshiinii Godina Haragee Lixaa akka beeksisetti, Sabtii har’aa Minibaasiin imaltoota fe’attee Magaalaa Hirnaa irraa gara Ciroo deemaa turte, Aanaa Ciroo iddoo Dildila Qillisoo jedhamutti Konkolaataa meeshaa fe’atee gara Jibuutii imalaa tureen walitti bu’uun lubbuun nama 10 battalumatti dabre. Dabalataanis namoonni shan ammoo kan miidhaman tahuu odeeyfannoon ni addeessa.
Rabbi haa araaramuuf Aaaaaaaaaaamiiiiiiiiiin
masha’allah RABBIN Isini wojjin hata’uu jabaadha
masha’allah RABBIN Isini wojjin hata’uu jabaadha
Rabin ararama isani haitahu warasani sabri hagidhu
Rabin ararama isani haitahu warasani sabri hagodhu
Rabin ararama isani haitahu warasani sabri hagodhu
innaan illaah wo innaa ileeyi raaji’un
innaan illaah wo innaa ileeyi raaji’un yaa Rabbi worra tola kee keessaa araaramtuufirraa jara godhi
innaan illaah wo innaa ileeyi raaji’un yaa Rabbi worra tola kee keessaa araaramtuufirraa jara godhi qubsuma jaraa jennata taasisiif
Assalamuu.aaleekuum Woramatullahii Wobarakatuhu
worraa midhamee rabbiin kaan jennaataa haa godhuu
Rabbiini waraaa shaadaaaa lalaaiyalaaa itatii daueeee haundafiii haaa araramuuufiiiiii
Ophin Nuraalhuda
As wa wb animamilakessan tayu barbada