header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

BREAKING: Qondaaltonni Mootummaa Ol’aanoon duraanii lama too’annaa jala oolan

Qondaaltonni ol’aanoon lamaan Birgeedar Jeneraal  Kinfe Daanyawu Itti gaafatamaa Korporeeshiinii Sibilaa fi Injinariing (METEC)kan ture fi Meejar Jeneraal Teklebirhaan Wolde-Aragaay hogganaa Ejensii odeeyfannoo fi Basaa (INSA) kan ture tahuu gaazexaan Addis Fortune gabaase. Qondaaltonni lamaan dhokatanii biyyaa bahuudhaaf osoo yaalan halkan edaa daangaa Suudaan irratti kan qabaman tahuu meddeen birootis gabaasan.

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button