Browsing Category
Falasxiin, Alquds, Gaazaa
Weerara humni addaa Israa’el Gaazaa keessatti raawwate hordofuun Falasxiinonni torba ajjefaman
Qondaaltonni Falasxiin akka jedhanitti, loltoonni humna addaa waraana Israa’el konkolaatota Siviiliitiin dhokatanii gara Gaazaa seenuun, ajajaa waraana Hamaas Nuur Barakaa ajjeesanii bahaa yeroo turanitti loltoota Hamaasiin marfamanii kan…
Guutuu Dubbisi...
Guutuu Dubbisi...
Israa’el West Bank Weeraruun Falasxiinota heddu hiite
Waraanni Israa’eel halkan edaa West Bank weeraruun lammiilee Falasxiin 19 ol kan hidhe tahuun beekame. Namoonni hidhaman hundi mana jireenyaa isaanii irraa kan qabaman yoo tahu, Israa’eel garuu namoonni qabaman jeequmsa qindeessuudhaan…
Guutuu Dubbisi...
Guutuu Dubbisi...
Dhaabbanni Bilisummaa Falasxiin Beekamtii Israa’eliif kennee ture kan haqe tahuu beeksise
Koreen Jiddu galeessaa Dhaabbata Bilisummaa Falasxiin (PLO) kora guyyaa lamaaf Ramallaah keessatti geggeessaa ture xumuruun ibsa baaseen, dangaa bara 1967 irratti hundaayuun hanga Israa’eel Biyya Falasxiin magaala guddoo isii…
Guutuu Dubbisi...
Guutuu Dubbisi...
Jilli Mootummaa Omaan gara Falasxiin imaluun Prezdaant Mahmuud Abbaas waliin mari’ate
Prezdaant Mahumuud Abbaas Alhada har’aa West bank magaalaa Ramallah keessatti jila mootummaa Omaan qeebaluun mari’atee jira. Jilli kun Xalayaa Amiira Omaan Sulxaan Qaabuus Bin Sa’id irraa Bulchiinsa Falasxiiniif ergame Mahmuud Abbaasitti…
Guutuu Dubbisi...
Guutuu Dubbisi...
Waraanni Israa’el Jum’aa har’aa Gaazaa keessatti Falasxiinota shan ajjeesse
Waraanni Israa’el Jum’aa har’aa lammiilee Falasxiin daangaa Gaazaa irratti mormii geggeessaa turan irratti dhukaasuun, Falasxiinota shan ajjeesuun 85 ammoo kan madeesse tahuu qondaaltonni Fayyaa Falasxiin beeksisan.
Lammiileen…
Guutuu Dubbisi...
Guutuu Dubbisi...
Israa’el haleellaa Gaazaa keessatti raawwatteen nama tokko ajjeesuun namoota saddeet ammoo…
Xiyyaaronni waraana Israa’el ganama hardhaa haleellaa Gaazaa keessatti raawwatan kanaan, namoota madaayan saddeet jidduu jaha daa’imman gara mana barnootaa deemaa turan tahuun beekameera. Waraanni Israa’el haleellaa kana ilaalchisee ibsa…
Guutuu Dubbisi...
Guutuu Dubbisi...
Waraanni Israa’el Jum’aa har’aa Gaazaa keessatti Falasxiinota jaha ajjeese
Waraanni Israa’el Jum’aa har’aa lammiilee Falasxiin daangaa Gaazaa irratti mormii geggeessaa turan irratti dhukaasuun, Falasxiinota jaha ajjeesuun 140 ammoo kan madeesse tahuu qondaaltonni Fayyaa Falasxiin beeksisan. Har’a Falasxiinonni…
Guutuu Dubbisi...
Guutuu Dubbisi...
Israa’el ji’a dabre keessa qofa Falasxiinota 378 hiitee
Gareewwan mirga namoomaatiif falman 3 gabaasa Isniina har’aa baasaniin, Israa'el west bank fi Gaazaa irraa ji'a September keessa qofa Falasxiinota 378 himannaa irratti osoo hin banin manneen hidhaa keessatti kan uggurte tahuu ibsan.…
Guutuu Dubbisi...
Guutuu Dubbisi...
Haleellaa West Bank keessatti raawwatameen lammiileen Israa’el lama ajjeefaman
Haleellaa kanaan namni biroo tokko ammoo kan madaaye yoo tahu, waraanni Israa’el nama haleellaa kana raawwate barbaacha gandoota Falasxiinotaa heddu kan marse tahuu gabaasni arganne ni addeessa. Haleellaan kun kan raawwatame naannawa…
Guutuu Dubbisi...
Guutuu Dubbisi...
Falasxiin mana murtii addunyaatti Ameerikaa himatte
Falasxiin himannaa kana kan bante mana murtii UN, International Court of Justice (ICJ) jedhamutti yoo tahu, Ameerikaan Imbaasii Alqudsitti seeraan ala bante akka cuftu gaafatte. Manni murtii UN ibsa guyyaa kaleessaa baaseen, Falasxiin…
Guutuu Dubbisi...
Guutuu Dubbisi...