Gorsa
Gorsa Gaggabaabaa Qur’aanaa fii Hadiisa irraa
-
-
Dubbii addaan baafadhaa!
Rabbiin ol tahe akkana je’e: Yaa warra amanatan, yoo namni Faasiqaa (ajaja Rabbii irraa bahaa tahe/cubbaawaan) oduun isinitti dhufe, addaan…
Guutuu Dubbisi » -
Beelawaa haa gargaarru, du’aaiis haa goonuuf
Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam akki je’e: “Namni Isinirraa Maatii Isaa kheeysatti nagayaan ganamfate, kan qaamni Isaatis fayyaa, kan qallaba (nyaata)…
Guutuu Dubbisi » Waan dubbannuufi hojjannu Rabbumaaf haa goonu
Gosoota Shirkii keessaa tokko Riyaa'(Garsiifata). Akka Rabbiin Garsiifata qalbii teessan keessaa dhiqu kadhaa. Waan dubbannuufi hojjannu Rabbumaaf haa goonu. Dubbii…
Guutuu Dubbisi »Irra Caaltuu Zikrii
“‹”‹Irra caalaan Zikrii halkaan Jummaa fi guyyaa Jummataa Salawaata. Nabiin (SAW) akkana jedhan: “Nama Salawaata takka narratti buuse Rabbiin Rahmata…
Guutuu Dubbisi »Sadarkaa Soommanaa
Hadiisa Abuu Umaama al Baahiliin odeyseen Ergamaan Rabbii Muhammad(SAW) “karaa Rabbii keessatti namni guyyaa tokko Soommane, Rabbiin isaafi ibidda(Jahannam) jidduu…
Guutuu Dubbisi »Salawaata Buusuu
Irra caaltuun hojii ajaja Rabbii fi Malaa’ikaan akkasuma Mu’mintoonni irratti waliif galani. Sunis Muhammad irratti Salawaata buusuudha. Mee Aayata Suuraa…
Guutuu Dubbisi »Sadarkaa nama fursiisuun qabdu
Hadiisa Zeyd ibn Khaalid al-Juhaniyyiin odeyseen ergamaan Rabbii(SAW) “namni nama Soommanaan oole fursiise, osoo ka Soommane sanirraa humaa hin irratin…
Guutuu Dubbisi »