Akhlaaqa
-
Jaartii Tee Waa 10 Irratti Hin Dalagin!
1. Hin Miidhin! Miidhaa qaamaa, miidhaa sammuu, miidhaa diinagdee, miidhaa xinsammuutis isii hin miidhin. Maaliif? Yoo jette Rabbiin ol tahe…
Guutuu Dubbisi » -
Irreecha irratti maaltu jedhama?
“Mareehoo Mareehoo.. Waaqa uumaa waaqa uumamaa, gurraacha garaan garbaa, Tokkicha maqaa dhibbaa, Leemmoo garaa taliilaa, Waaqa saglan Booranaa torban Bareentumaa,…
Guutuu Dubbisi » -
-
Haadhaa fi Abbaatti Tola Ooluu
Abbaan keenya Aadam (AS) biyyee irraa uumame. Haati teenya Hawwaanis lafee cinaacha isaa irraa argamte. Kana booda ilmaan jidduu isaaniitii…
Guutuu Dubbisi » Osoo Abbaan Murtii hundi akkana tahee dachiin nagaya taate!
Islaamummaa keessatti haqni iddoo guddaa qaba. Haqummaan nama hunda walqixa tajaajiluu jechuudha. Haqa muruun ykn murtii dabarsuun waan mana murtii…
Guutuu Dubbisi »-
Adaba Iidaa
Ramadaana tokko jennee jalqabne amma gara xumuraatti dhihaannee jirra. Torbaan sadih dura yeroo seenu fagoo nutti fakkaate, amma ammoo isa…
Guutuu Dubbisi » -
Adaba I’tikaafaa
Torbaan lama dura Ramadaanaa simachuuf of qopheessaa turre. Har’a ammoo geggeessuudhaaf guyyaa lakkaawwataa jirra. Rabbi warra Ramadaana kanaan milkaayu nu…
Guutuu Dubbisi » -
Haqa Haadhaa fii Abbaa
Rabbiin keenya Rahmata isaatiin gara dachii tanaa akka dhufnu nu godhe. Gara dachii tanaa fedhii teenyaan hin dhufne. Fedhii Rabbiitiin…
Guutuu Dubbisi » -
Gabraa fi Gabrummaa
Hedduun keenya wayta mana barnootaa turrettii waahee daldala gabraa dhageenyee jirra. Ilmi namaa akka meeshaatti magaalaa geeffamee gurgurama. Akkuma looniifi…
Guutuu Dubbisi » -
Dhukkuba Kaayyoo Dhabuu
Hundi keenya kaayyoo qabna. Namni barumsa baratu, kaayyoon isaa waanuma 2 yookaan guddatu waa 3 hin dabru. Takkaa beekumsa argachuu,…
Guutuu Dubbisi »