Tana Quba Qabduu
Wantoota Ajaa’ibsiisoo tahan
-
Icciitii bahara keessaa kaan saayinsiin dhihoo mirkaneesse.
Dachiin irra jiraannu tun parsantii 70 ol bishaaniin uwwifamtee jirti. Lafti gogaan parsantii 30 hin guutu jechuudha. Kana keessaa lubbu…
Guutuu Dubbisi » -
Gurbaa paantii mootittii hatee biyyaa ari’ame
Lammiin Awustraaliyaa Edward Jones jjedhamu, jaarraa 19ffaa keessa daaw’annaaf gara England imalee ture. Yeroo sanitti ijoollee umrii 14 kan ture…
Guutuu Dubbisi » -
Kopheen Kun Jalqaba Dhiiraaf Hojjatamuu Quba Qabduu?
Kopeen kun biyya teenyatti Hiil jedhamee yaamama. Faashinni kun jaarraa 10ffaa keessa akka jalqabame himama. Yeroo sanitti farda qabaachuun mallattoo…
Guutuu Dubbisi » -
Dubartoonni Chaayinaa Maaliif Daa’ima Balfa Keessatti Gatan?
Chaaynaa keessatti dubartoonni heddu daa’imni garaa qaban dubra tahuu yoo beekan ofirraa baasan. Mootummaan chaaynaa seera fokkotaa tokko qaba. Sunis…
Guutuu Dubbisi » -
Nama Tamboo Xuuxu Cinaa Hin Taa’in!
Wantoota ilmi namaa akka isa miidhu osoo beeku dalagu keessaa sadarkaa duraa irratti kan argamu tamboo xuuxuudha. Tamboon bifa garagaraatiin…
Guutuu Dubbisi » -
intala waggaa 42 guutuu siree irratti hafte
Namni dachii tanarra haga jiraatu qaba. Gaafa guyyaan gahe gara irraa hafuun hin danda’amne gama du’aa imala. garuu waan du’aan…
Guutuu Dubbisi » -
Namticha lubbuu daa’imman miilyona 2 baraaruuf sababaa tahe
Daa’imman gafa dhalatan dhiiga kubbaayyaa tokko hin caalle wajji dhalatan. Adaduma guddataa deemaniin guddinaa fi furdina qaamaa wajji dhiigni isaaniitis…
Guutuu Dubbisi » -
Namticha waan du’arraa hafeef jibbame
Ameerikaan guddina diinagdeetiifi waraanaatiin beekamti. Chaayinaan oomisha meeshaalee adda addatiin guutuu addunyaatti faarfamti. Afrikaan ammoo hoongee fi dhukkuba, walitti bu’iinsaafii…
Guutuu Dubbisi » -
Manguddoon wagga 99 jaartii isaa tan wagga 77 guutuu waliin jiraate hiike
Wanti namni hundi hawwu bultii ijaarachuudha yoo jenne soba hin ta’u. haa ta’u malee akkuma bultii ijaarachuun jiru bultii diiguunis…
Guutuu Dubbisi » -
Ilmii barbaaduuf jecha imala dheeraa Saaykiliin
Maamaaduu Saafaayoo Baarii Yunivarsiitii Islaamaa Al Azharitti barachuudhaaf jecha waan ajaa’ibaa dalage. Mallaqa biyya isaa irraa ka’ee gara biyya Masrii…
Guutuu Dubbisi »