Afrikaa
Odeeyfannoo Biyyoota Afrikaa
-
Sudaan diplomaatonni UAE biyyaa akka bahan ajajje
Ministeerri dhimma alaa Sudaan akka beeksisetti diplomaatonni UAE 15 ta’an saa’aa 48 keessatti biyya akka gad lakkisanii bahan ajajeera. Akka…
Guutuu Dubbisi » -
Guyyaa har’aa hemisfeera kaabaatti Aduun gama tokkoon golgolaayte
Kusuufni Guyyaa har’aa mudate kun hemisfeera jiddu galeessaa irraa kaasee hanga kaabaatti biyyoota heddutti mul’atee jira. biyyoonni Golgolli aduu itti…
Guutuu Dubbisi » -
Baankiin Hijraa Damee Haaji Hasan Gammadaa Magaalaa Shaashamanneetti Eebbisise
Baankiiwwaan Islaamaa tajaajila sirna Faayinaansii dhala irraa walaba ta’e Keennuuf biyyatti keessatti hundeeffamaa jiran jidduu, Baankiin Hijraa ji’oota muraasa dura…
Guutuu Dubbisi » -
Baankiin Hijraa Damee isaa kan magaalaa Dirree Dhawaa eebbisise
Baankiiwwaan Islaamaa tajaajila sirna Faayinaansii dhala irraa walaba ta’e Keennuuf biyyatti keessatti hundeeffamaa jiran jidduu, ji’oota muraasa dura hojii jalqabuu…
Guutuu Dubbisi » -
Hoggantoonni Waraana Suudaan Muummicha Ministeeraa aangoo irraa fonqolchanii turan deebisuu beeksisan
Waraanni Suudaan Jeneraal Abdul Fattaah Al Burhaaniin hoogganamu ji’a dabre fonqolcha mootummaa raawwateen, Muummicha Ministeera biyyattii Abdallaah Hamdook dabalatee hoggantoota…
Guutuu Dubbisi » -
Suudaan keessatti fonqolchi mootummaa geggeeffamaa jiraatuu gabaafame
Muummicha Ministeeraa Suudaan Abdallaah Hamdook dabalatee qondaaltonni mootummaa biyyattii hedduun, humna waraanaa hanga ammaatti eenyummaan isaanii hin beekkamneen to’annoo jala…
Guutuu Dubbisi » -
Isra’eel Gamtaa Afrikaa Keessatti iddoo taajjabdummaa argachuun isii Afrikaa Kibbaa dallansiise
Ministeerri haajaa alaa Afrikaa Kibbaa ibsa baaseen, biyyoota miseensota gamtichaa 55 osoo hin mari’achiisin murtiin dabre, mootummaa Afrikaa Kibbaa kan…
Guutuu Dubbisi » -
Saamiyaa Suluhu Hasan Prezdaantii Taanzaaniyaa tahuun muudamte
Saamiyaa Hasan Itti aantuu Prezdaant Joon Magufuulii kan turte yoo taatu, du’a Prezdaantichaa kaleessa labsame hordofuun, Saamiyaa Hasan sirna muudamaa…
Guutuu Dubbisi » -
Prezedantiin Taanzaaniyaa Covid-19 qabamuun Keeniyaatti yaalamaa jiraatuu gabaafame
Prezedantiin Taanzaaniyaa Joon Magufuliin Covid-19 qabamee hospitaala Keeniyaatti yaalama kan jiru yoo ta’u, haala lubbuu isaatiif yaaddessu keessa jiraachuullee hogganaan…
Guutuu Dubbisi » -
Keeniyaan talaallii Covid-19 miiliyoona tokkoo ol argatte
Keeniyaan Roobii har’aa talaallii Oxford-AstraZeneca Doozii miiliyoona 1.02 galfachuun biyyoota baha Afrikaa sagantaa Covax jedhamu fayyadamte keessaa kan duraa taatee…
Guutuu Dubbisi »