Odeeyfannoo Awustraaliyaa
Loltoonni Awustiraaliyaa qaama waraana idil-addunyaa Ameerikaan hogganamuu ta'uun Afganistaan keessa turan, lammiilee Afgaanistaan heddu seeran ala akka ajjeesaa turan qorannoo…
Namtichi lammii Faransaay tokko jalqaba ji’a kanaa Kaartooniii Nabi Muhammad maqaa balleessu tolchuun barattootatti agarsiisuu isaatiin, hawaasni muslimaa biyyattii keessumattuu…
Ejensiin saayinsii biyyooleessa Awustiraaliyaa qorannoo Vaayirasii dhibee COVID-19 irratti taasise kan ifoomse yoo tahu, Vaayirasiichi wantoota akka nootii baankii, iskiriinii…
Meeksikootti guyyaa har’aa qofa namni 1,092 dhibee kanaan kan du’e yoo tahu, biyyoota Kamiisa har’aa lakkoobsa nama du’e guddaa galmeessan…
Dayirektarri Dhaabbata Fayyaa Addunyaa(WHO) Dr. Teedroos Adhaanom Jum’aa kaleessaa ibsa kenneen, “Chaayinaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasichaan haarayatti qabaman hir’ataa kan…
Haala qilleensa yeroo ammaa Awustiraaliyaa keesstti akka malee ho’aa ta’een wal qabatee, ibiddi kutaalee biyyattii gara garaa keessatti ka’e bosona…
Madiinaa Masjiida Qubaa Maleeziyaa Magaalaa Kuwaalalampuur Albaaniyaa Magaalaa Tiraana Kashmiir Magaalaa Katamanduu Turkiyaa Magaalaa Istaanbuli Indiyaa Magaalaa Mumbaay Libiyaa Magaalaa Triipoolii…
Mootummaan Niiw Ziilaand sirni yaadannoo muslimoota torbee dabre ajjeefamanii guutuu biyyattii keessatti akka geggeeffamu murtii dabarse hordofuun, Jum’aa har’aa guutuu…
Haleellaa Jum’aa dabre Niiw Zilaand keessatti shororkeessaan ol’aatummaa warra adii leellisu masjiidota lama irratti raawwateen muslimoota 50 ajjeefamanii 40 ol…
Haleellaa shororkeessitoonni kaleessaa Niiw Ziilaand keessatti muslimoota irratti raawwataniin namoonni 49 ajjeefamuun 40 ol ammoo madaayaniiru. Turkiyaa dabalatee biyyoonni muslimaa…