Eeshiyaa

  • Eeshiyaa
  • Odeeyfannoo

Manni murtii Indiyaa dhimma Masjida seenaa qabeessa BAABRII irratti murtii kenne

Masjidni seena qabeessi Baabrii jaarraa 16 keessa kaaba Indiyaa magaalaa Ayodhatti jaarame. Masjidni kun bara 1992 keessa hordoftoota amantaa Hinduutiin…

4 weeks ago
  • Eeshiyaa
  • Odeeyfannoo

Iiraan Droonii daangaa isii qaxxaamure rukuttee kuffisuu beeksiste

Mootummaan Iiraan ibsa baaseen, humni qilleensa biyyattii Jum’aa har’aa Droonii biyya biroo tan daangaa Kibba Lixaatiin gara Iiran seente, qarqara…

1 month ago
  • Eeshiyaa
  • Odeeyfannoo

Mormii Iraaqitti eegalameef manneen barnootaa fi manneen murtii magaalaa Baagdaad cufaman.

Lammiileen Iraaq malaamaltummaa mootummaa Iraaq keessatti bababal’ataa dhufeen wal qabatee, qaalayiinsa jireenyaa hammaataa dhufe furuuf mootummaan kutannoo hin qabu; akkasumas…

1 month ago
  • Eeshiyaa
  • Odeeyfannoo

Mootummaan Yaman fi gareen finciltoota kibbaa walii galtee nageenyaa mallatteessan

Mootummaan Yaman kan beekkamtii UN qabuu fi gareen finciltootaa Emreetsin deeggaramu kan Kibba biyyattii Yaman irra fottoqsuuf socho’u, Kiibxata har’aa…

1 month ago
  • Eeshiyaa
  • Odeeyfannoo

Haleellaa Boombii daangaa Suuriyaa fi Turkiyaa irratti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 13 ajjeefamuu gabaafame

Haleellaa boombii konkolaataa irratti kiyyeeffame kan har’a magaalaa Xal Abyad jedhamtu keessatti raawwatameen, yoo xiqqaate namoonni 13 ajjeefamuu fi 30…

1 month ago
  • Eeshiyaa
  • Odeeyfannoo

Balaa baaburaa Paakistaan keessatti muudateen lubbuun nama 45 ol dabruu gabaafame

Poolisiin Paakistaan ibsa kenneen,  balaan baaburaa kun naannnawa Punjaab keessatti kan muudate yoo tahu, hanga ammaatti yoo xiqqaate namni 46…

1 month ago
  • Eeshiyaa
  • Odeeyfannoo

Muumichi ministeera Lubnaan Sa’aad Haririi aangoo gadi lakkise

  Lammiileen Lubnaan labsii gibira dabalataa mootummaan Appilikeeshiinota tajaajila wal qunnamtii kennan, kanneen akka whatsApp ilaalchisee baase mormuun, October 15/2019…

1 month ago
  • Eeshiyaa
  • Odeeyfannoo

Lammiileen Iraaq qaalayiinsa jireenyaa fi malaamaltummaa mootummaa biyyattii keessatti babal’ate balaalefachuun mormii torbee sadi duran jalqaban itti fufan

Lammiileen Iraaq malaamaltummaa mootummaa Iraaq keessatti bababal’ataa dhufeen wal qabatee, qaalayiinsa jireenyaa hammaataa dhufe furuuf mootummaan kutannoo hin qabu; akkasumas…

1 month ago
  • Eeshiyaa
  • Odeeyfannoo

Lammiileen Lubnaan labsii gibiraa fi qajeelfama diinagdee mootummaan haarayatti baase mormuun hiriira geggeessaa jiran

Lammiileen Lubnaan labsii gibira dabalataa mootummaan Appilikeeshinota tajaajila wal qunnamtii kennan, kanneen akka whatsApp ilaalchisee baase mormuun, khamiisa dabre daanditti…

2 months ago
  • Eeshiyaa
  • Odeeyfannoo

Haleellaa Boombii Afgaanistaan keessatti raawwatameen yoo xiqqaate lubbuun nama 62 dabruu gabaafame

Haleellaan kun Afgaanistaan naannawa Nangrahar jedhamu keessatti ummata salaata Jum’aatiif masjiida keessa ture irratti kan  raawwatame yoo tahu, namoota 62…

2 months ago