Odeeyfannoo Kaanaadaa
Filannoo Kaanaadaa kaleessa geggeeffame kanaan Paartiin Liberals kan yeroo ammaa biyyattii bulchaa jiru barcuma muraasaan kan injifate yoo tahu, haaluma…
Madiinaa Masjiida Qubaa Maleeziyaa Magaalaa Kuwaalalampuur Albaaniyaa Magaalaa Tiraana Kashmiir Magaalaa Katamanduu Turkiyaa Magaalaa Istaanbuli Indiyaa Magaalaa Mumbaay Libiyaa Magaalaa Triipoolii…
Paarlaamaan Kaanaadaa torbee dabre dararaa fi ajjeechaa Miyanmaar keessatti muslimoota Rohingiyaa irratti raawwatame, duguuggaa sanyiiti jechuun labsuun isaa ni yaadatama.…
UN garee ogeeyyotaa hundeessuun ajjechaa fi dararaa Miyanmaar keessatti Muslimoota Rohingiyaa iratti raawwatame ilaalchisee , qorannoo geggeessaa ture ji’a dabre…
Mootummaan Sa'udii murtii kana kan murteesse, Kanadaan dhimma biyya kiyya keessa seenuun laaqaa jirti sababa jedhuun akka tahe gabaasni arganne…
Barattuu kutaa 6 kan taate Khawlah Nu'iman eega mana barnoota geesse booda Reportarootaaf ibsa kenniteen, Isiifi obboleessi isii gara mana…
Gareewwan mirga namoomaa fi walabummaa Kanaadaa , seerri Niqaaba ugguru kan bulchiinsi kutaa Kubeek baasee ture, mirga dubartoota Muslimaa kan…
Mummichi ministeera Kanaadaa Jastiin Trawudoo; Muslimoota Rohingiyaa kan duguuggaa sanyii waraanni mootummaa Miyanmaar irratti raawwata jiru jala lubbuu isaanii hambisuuf…
Seerri biyya Kaanaadaa kutaa Kubeekitti baye kun namni kamiyyuu tajaajila mootummaa argachuufis ta’ee kennuuf fuulli muldhachuu qaba jedha. Seerri kun…
Jalqaba ji'a Adoolessaa irraa kaasee torbee lama keessatti godaantonni Ameerikaa keessa jiraataa turan 3,800 ol, karaa seeraan alaatiin daangaa Kanaadaa…