Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-
Gamtaan Munshidoota Sikkoo fi Mandoo Hundeeffame
Gamtaan Munshidoota Sikkoo Mandoo yaa’ii jalqabaa hardha Waxabajjii 11/2023 magaalaa Adaamaatti geggeefameen kan hundaaye yoo tahu, kaayyoon gamtichaa aartii Islaamaa…
Guutuu Dubbisi » -
Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa diiggaa Masjidootaa dhiheenna raawwatamaa ture ilaalchisee miidiyaaleef ibsa kenne
Bulchiinsi magaalaa shaggar tibbana masjiidota diiguu isaa hordofuun hawaasa muslimaa kan dallansiise yoo tahu, hiriira mormii jum’aa lamaan dabran geggeeffame…
Guutuu Dubbisi » -
Mootummaan Diiggaa Masjiidotaa Hatattamaan Akka Dhaabsisu Waammichi Dhihaate
Walgahiin ariifachiisaan Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa yaame ibsa ejjannoo qabxii 11 qabu baasuun xumuramee jira. Walgahii ariifachiisaa hardha caamsaa…
Guutuu Dubbisi » -
Prezdaantiin Mana Marii dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Sheikh Hajjii Ibraahiim Prezdaantii Jibuutii waliin mari’atan
Prezdaantiin Majlisaa Federaalaa Sheikh Hajjii Ibraahiim Kora Nageennaa Dhaabbatni Dhimmoota Muslimaa fi Waqfii Jibuutii qopheesse irratti, keessummaa kabajaa tahuun affeeramanii…
Guutuu Dubbisi » -
Godina Harargee Lixaa Magaalaa Mi’eessootti Qaama Miidhamtootaaf Deeggarsi Wiilcharaa Godhame
Dhaabbanni Tola Oltummaa Ahdii jedhamu sabtii hardhaa Wiilcharii 135 qaamaan miidhamtootaaf kennee jira. Hundeessituu fi hoggantuun waldaa tola ooltummaa Ahdii…
Guutuu Dubbisi » -
Koreen Fatwaa Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa Yaa’ii Idilee Isaa Gaggeesse
Koreen Fatwaa Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa, yaa’iiiIdilee isaa hardha Gurraandhala 09/2023 kan geggeesse yoo tahu, bikka Mufti Sheikh…
Guutuu Dubbisi » -
Hoggantoonni Ol’aanoon Majlisa Itoophiyaa Ministira Dhimmoota Islaamummaa Sa’uudii Waliin Mari’atan
Jilli hoggantoota ol’aanoo prezdaantii majlisa Ityoophiyaa Sheikh Hajjii Ibraahim Tufaatiin durfamu, daaw’annaa hojiitiif gara Sa’udii kan imale yoo tahu, ministirri…
Guutuu Dubbisi » -
Majlisni Federaalaa Daandii Qilleensa Itiyoophiyaatiif Xalayaa Barreesse
Dhiheenya kana beeksisa daandiin qilleensa Itiyoophiyaa qaxarrii hojiitiif baaserratti hundaayuun, dubartoonni Muslimaa muraasni hojii kana dorgomuuf galmaayanii turan. Galmeen isaanii…
Guutuu Dubbisi »