Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
Ulamaa’onni Majliisa Federaalaa rakkoo Majliisa Federaalaa keessatti uumame ilaalchisee, February 11/2021 Ministeera Nageenyaa Waliin eega mari’atanii booda, hanga February 21/2021tti…
Madrasaan Arridwaan kan magaalaa Assandaabootti argamu guyyaa harraa barattoota Hifzii Qur’aanaatiin barsiisaa ture 36, Marsaa 5ffaaf Eebbisiisuu gabaafame. Madrasaan kun…
Hawaasni muslima magaalaa Jimmaa fi naannawa isii guyyaa harraa walitti dhufuun marii tokkummaa hawaasa Muslimaa irratti xiyyeeffate geggeessuun, Waldaa Tokkummaa…
Kitaabni Seenaa Shanan Gibee jedhu kan Injineer Ustaaz Gaalii Abbaabooriin qophaa'e Sabtii har'aa, magaalaa Jimmma galma Yunivarsitii Jimmaa keessatti haala…
Masjidaa fi Madraasaan Fathi kan godina Jimmaa Aanaa Saxxammaa ganda Shanii Camariitti, lammilee biyya keenyaa Sa’uudii jiraataniin ijaarame kun, guyyaa…
Ulamaa’onni Majliisa Federaalaa rakkoo Majliisa Federaalaa keessatti uumame ilaalchisee, Khamiisa kaleessaa Ministeera Nageenyaa Aaddee Mufariyaat Kaamil Waliin Mari’atan. Majliisonni Naannolee…
Majliisni Naannoo Oromiyaa gocha seeraan alaa majliisni federaala raawwataa jiru balaaleffatuun, yeroo torbaan tokkoo keessatti yaa'iin walii galaa ariifachisaan yoo…
1/ Nuti Ulamaa’onniifi Du’aatni Naannoo Oromiyaa gaaddisa gamtaa (Liigii) ulamaa’otaa fi du’aata Oromiyaa guyyaa har'aa Amajjii 30 /5/2013 ijaarree jirra.2/Akkuma…
Dubbii himaa Koree Fala Barbaadduu hawaasa Muslimaa fi miseensa koree jijjiirama dhaabbilee hawaasa Muslimaa 9’n jidduu tokko kan ta’e Ustaaz…
Manni marii olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Jimmaa bakka keessummoonni adda addaa argamanitti yaa'ii Idilee 2ffaa geggeessaa ture milkiin xumure. Yaa'iin…