NHTV
-
Sagantaan Hundeeffama TV NUURALHUDAA Waggaa 5ffaa Magaalaa Shaashamanneetti gaggeeffame
Miidiyaan Nuuralhudaa bara 2016 karaa miidiyaalee hawaasummaatiin Sagantaa Raadiyoo tamsaasuu kan eegale Yoo tahu, bara 2018tti immoo gama Saatalayitii cehuun…
Guutuu Dubbisi » -
-
Platypus, Bineensa Uumama Addaa Qabu.
Uumamni kun uumama ajaa’ibaati. Yoo fagoo laalan uumama gosa sadih irraa waan ijaarame fakkaata malee, bineensa tokko hin fakkaatu. Qaama…
Guutuu Dubbisi » -
Dhaamsa Obbolummaa Munshid Anas Muhammad irraa
Munshid Anas Muhammad baatii Ramadaanaa irratti xiyyeeffachuudhaan, dhaamsa Jabduu hawaasa Muslimaatiif dhaamee jira. Rabbiin warra irraa fayyadamu nu haa godhu!…
Guutuu Dubbisi » -
Bison (Baaysan) Gafarsa Ameerikaa
Waahee uumama kanaa Viidiyoo kanarraa daawwadhu Uumamni kun Biyyoota Ameerikaa Kaabaa keessatti argama. Sababa kanaafis gafarsa Ameerikaa jedhanii waaman. Baaysan…
Guutuu Dubbisi » -
Mu’jizaa Mu’jizaa Caale, Qur’aana Rabbii, Sheikh Ahmad Diidaat Kutaa 1ffaa
Dura taa’aa qophii kanaa, Obboleewwan kiyya jaalatamoo. Mata dureen irraa haasawu, Al Qur’aan, Mu’jizaa Mu’jizaa caalu jedha. Aayaa Qur’aanaa takka…
Guutuu Dubbisi » -
Waan Garaa Ilma Namaa Keeysatti Dalagamu
waan ilmi namaa hundi haala salphaan rakkoo takka malee raawwachuu danda’u keessaa inni tokko nyaata alanfatee liqimsuu dha. Midhaan alanfatanii…
Guutuu Dubbisi » -
Maqaa fii Qaama
Dachii tanarra wanti jiru hundi isaatuu maqaa fi amala mataa isaa qaba. Akkasumas wantoonni dachii tanaan ala jiranis maqaa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Garaa Garummaa Uumamaa
kitaabni Dikshinarii ykn hiikkaa jechootaa, kan jechoota kuma 20 qabu isinitti kennamee, jecha kitaaba san irra hin jirre takka akka…
Guutuu Dubbisi » -
Waa Argamsiisuu Ykn Kalaquu
Addunyaa tanarra carraalee heddutu jira. Carraa nuti lakkoofnee xumuru hin dandeenye. Uumamni dachii tanarra jiru ammoo tokkoon isaallee mudaa hin…
Guutuu Dubbisi »