Foon Jajii beeytuu? Bara durii yeroo firiijni hin jirre haawwonni teenya tooftaa addaatiin foon yeroo dheeraaf tursiisan. Foon yoo…
Imalli keenya har’aa gara afrikaati. Naannoo Baha Afrikaafii naannoo biyyoota kibba Afrikaa dhaynee uumama hamaa tokko waliin daawwanna. Uumamni kun…
Seerri ilmi namaa baasu kan waa hunda guttate hin jiru. Yoo Gama tokkoon laafee ummataaf bilisummaa irraa boodaa kennes, gama…
Qaamni ilma namaa guutuun walitti hidhata qaba. Inni tokko isa kaanitti irkatee jiraata. Kanaaf ammoo qindoominni Rabbiin keenya isaan jidduu…
Hedduun keenya Mana Barnootaa keessatti waahee garba guddaa Hindii barannee jirra. Garbi guddaan hindii kun maal akka fakkaatu tafakkurtanii beeytuu?…
Gaafataa: Akkam ooltan, hundi keessan. Maqaan kiyya Aadatiyaa jedhama. Channaayitti barataa Injiinariingii waggaa xumuraati. Hordofaa amantii Hinduus tahu, gaafii islaamummaan…
Addunyaa har’raa keessatti wanti hundi smartphone ykn telephone harkaatiin dalagamutti jira. Smart phone Teknoolojii namni hundi of harkaa qabuu fi…
Roobni rahmata Rabbiin uumama dachii tanarra jiru cufaaf oole keessaa isa tokko. Rooba malee biqiltoonni hin biqilan. Rooba malee laggeen…
Uumamni kun sanyii harreeti. Sanyii harree keessaallee harreediidoo Eeshiyaa jedhamuudhaan beekkama. Qubsumni uumama kanaatis biyyoota gaara Himaaliyaatiin daangeeffaman, kanneen akka…
Gaafattuu: Assalaamu Aleeykum Hundi keessan. Maqaan kiyya Sireeyvatii jedhama. Zaakir an haalaan si dinqisiifadha. Haasawa kee mata duree Islaamummaa fi…