Og-barruu seenaa Addunyaa
Akkamitti Hakiima taate(hayyummaa arkatte)? Ja'ani Luqmaan al Hakiim gaafatan. "Dhugaan dubbadha! Amaanaan eega! Maalaaya'nii(waan bu'aa hin qabne) irraahin fagaadha." Ja'e.…
Aangoofi qabeenya Rabbiin nama barbaadeef kenna. Nama barbaade ammoo ni dhoowwata. Madaallii ilma namaatiin olitti kun waan Rabbiin beekkumsaafi dandeytii…
Yeroon yeroo Amiirri Mu'mintootaa Umar Ibnul Khaxxaab bulchaa ture sani. Dubartiin Masrii takka bulchaa Masrii(kan yeroo san Umar bakka bu'ee…
Yeroo ammaa kanatti Sooreyyii irraa yoo dubbatamu wanti sammuu keenya keessa dhufu, dureeyyii Addunyaa akka Bernard Arnault, Bil geet, Warren…
Yeroo ammaa kana biyya keenya iddoo gara garaatti hoomaan Awwaanisaa oomisha qotee bulaa barbadeesutti jira. Miidhaan balleysee, miidhaa hamaatu oomisha…
Sheekh Muhammad Amiin Abdullaahi Oromticha. Oromticha maqaa je’u anaa miti kan itti ide’e Sheekni Kitaaba Isaa hundarratti (Al-Oromii) Oromticha jechuun…
Jaafar Beyaan Gaafa Sahaabtichi colleen Umar ilmi Khaxxaab duree Muslimootaa ture san, bakka qabeenyi Muslimootaa itti walitti qabamurraa gaalli takka…
Gaafa tokko Mu’awiyaa binu Khudeeyji biyya Misraa irraa injifannoo Iskandariyaatti argatan itti gabaasuuf Madiinaa dhufe. Hoggaa inni masjida ol seene…
Qophii : Abbaas Ibnul IslamI slaamummaa keessatti baatiin Ramadaana baatiiwwan biroo caalaa Muslimoota biratti baatii jabaadha. Baatii kana keessa dalagaawwan…
Hooggantoonni Salahaddiiniin bakka bu’an, dachii Shaam, Misraa fi iiraaq bulchuuf tattaaffii godhanii jiru. Haa tahu malee dachii bal’aa san akka…