Rabbiin (SW) dachii tana keessatti haala qilleensaa garagaraa uume. Qilleensi naannoo garii qabbanaawaa yoo ta’u, gariin ammoo oowwi isaa daangaa dabra. Haalli qilleensaa naannoo garii sanyii midhaanii garagaraa biqilcha. Gariin ammoo kudraa fi muduraalee qofaaf mijaawa. Dachiin goggogaan waan!-->…
Guutuu Dubbisi...
Bishaan walitti hin makamne
Wanti harkaa qaban, sadarkaa guddaa qabaatus, sadarkaan isaa namatti hin mul’atu. Qur’aanni Kabajamaan Rabbi biraa!-->…
- Advertisement -
Kanniisa (Bee)
Maqaa kanniisaa yoo kaasnu, hundi keenya waahee dayma isaa yaadanna. Daymi fayyaa ilma namaatiif akkaan!-->…
- Advertisement -
Ardii Antaarkitikaa
Dachiin irra jiraannu tun haalaan guddodha. Dachii tana dhibbeentaan 75 ol bishaaniin uwwifamee jira. Ardiileen!-->…
- Advertisement -
African Civet (Sivet) Ykn Xirinyii
Uumamni kun Afriikaa keessatti argama. Afriikaa keessaallee, biyyoota gammoojjii sahaaraa gaditti argaman keessa!-->…
- Advertisement -
Sammuu ilma namaa
Qaamni ilma namaa diizaayina addaatiin uumame. teknoolojii hin dulloomne, kan yeroon irra hin tarre dizaayinii!-->…
- Advertisement -
Aye Aye
Akkuma beekamu bosona keessa uumama ajaa’ibaa heddutu argama. Bosona Madagaaskar keessattis uumama addaa halkan!-->…
- Advertisement -
Waakarii (Uakari)
Uumamni Sanyiin qamalee jidduu tokko tahe kun Waakaarii jedhamee kan beekamu yoo ta’u, eddon qubsuma isaatis,!-->…
- Advertisement -
Walrus
Uumamni Walrus (Waalras) jedhamu kun naannoo bishaan qabbanaawaa keessatti argama. Waalras bineensa Siil jedhamuun!-->…
- Advertisement -
Deemsa Dachii
Wantoota Rabbiin uume kan ilmi namaa bira gahuu dandahe xiinxalliin laallee, dandeeytii Rabbii guddaa tafakurra.!-->…