Saayinsiifi Teknoolojii.
Qooda Kana keeysatti, odeeyfannoo teknoolojiitiifi, Argannoo saayinsii haaraya hordofnee dhiheessina. Saayinsii Qabatamaa saayintistoonni mirkaneessan qofarratti xiyyeeffanna.
Kaampaanii Telefoona SMART tahan oomishan Keessaa sadarkaa lammaffaa irratti kan argamu Kaampaanii Chaayinaa HUAWEI jedhamuun beekamu yoo tahu, biyyoota…
Dhaabbanni Feesbuuk biyyoota Afrikaa Saharaa gadi jiran keessatti yeroo duraatiif jiddu gala gamaggama qabiyyee (Content Review) Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessatti…
Dhaabbanni Facebook fayyadamtoonni isaa ergaa barreeffamaa (text message) tokko eega erganii booda yoo kan gaabban tahe, daqiiqaa 10 keessatti balleessuu…
Chaayinaan saatalaayitii ifa aduu irraa argatu akka addeessaa deebisee calaqqisuu danda’u kan hojjataa jirtu yoo tahu, waggaa lama booda gara…
Tajaajilli Youtube kan Sa’aa 1 oliif addaan citee ture amma deebi’ee dalagaa eegalee jira. YouTube dhaabbata guddaa kaampaanii Google jalatti…
Dhaabbanni Feesbuuk akka jedhetti akkaawontiin fayyadamtoota isaa miiliyoona 50 tahan qaamota hin beekamneen butamuu, Kiibxata dabre kan hubate tahuu ibse.…
Kaampaaniin Naayik (NIKE) kophee ofumaa of hidhu hojjate. Kopheen kun chaarjii elektriikiitiin dalaga. eega miila keessa kaayanii booda yoo harkaan…
Appilikeeshiiniin Telegram ganama har'aa irraa jalqabee biyyoota addunyaa heddu keessatti dhaabbatee akka ture dhaabbatichi beeksise. Dhaabbatichi gama Twitteriitiin akka ibsetti,…
Riqichi kun biyya chaayinaa daggala guddaa tokko keessatti gaara 2 jiddutti hojjatame. ol fageenyi isaa lafarraa Meetira 300 yoo tahu,…