Chaayinaan saatalaayitii ifa aduu irraa argatu akka addeessaa deebisee calaqqisuu danda’u kan hojjataa jirtu yoo tahu, waggaa lama booda gara…
Tajaajilli Youtube kan Sa’aa 1 oliif addaan citee ture amma deebi’ee dalagaa eegalee jira. YouTube dhaabbata guddaa kaampaanii Google jalatti…
Dhaabbanni Feesbuuk akka jedhetti akkaawontiin fayyadamtoota isaa miiliyoona 50 tahan qaamota hin beekamneen butamuu, Kiibxata dabre kan hubate tahuu ibse.…
Kaampaaniin Naayik (NIKE) kophee ofumaa of hidhu hojjate. Kopheen kun chaarjii elektriikiitiin dalaga. eega miila keessa kaayanii booda yoo harkaan…
Appilikeeshiiniin Telegram ganama har'aa irraa jalqabee biyyoota addunyaa heddu keessatti dhaabbatee akka ture dhaabbatichi beeksise. Dhaabbatichi gama Twitteriitiin akka ibsetti,…
Riqichi kun biyya chaayinaa daggala guddaa tokko keessatti gaara 2 jiddutti hojjatame. ol fageenyi isaa lafarraa Meetira 300 yoo tahu,…
Jawwaalli Kun KAT S61 jedhama. namoota Konistraakshiina ykn Ijaarsa adda addaa keessa hojjataniif qophaahe. Bakka hojiitti akka tasaa yoo keemikaalli…
Amma booda Shofeerri gursaa buleefii shofeerri machaawes yaaddoo takka malee makiinaa oofuuf deema. Konkolaataan kun Self Driving Car jedhama. Self-Driving…
Rakkina biyya teenya keeysatti akkaan beekamu keessaa tokko rakkina taaksiiti. Nama hedduu osoo taaksii eeguu sa’aan hojii jala dabra. barataa…