header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Daandiin magaalaa Adamaa irraa gara Diksiis geessu cituun ummanni rakkataa jira.

Godina Arsii magaalaa Diksiis iddoo Kaampii Chaayinaa jedhamutti daandiin Cituun konkolaataan magaalaa Adaamaa irraa gara Diiksiis deemu, akkasumas geejjibni magaalaa Diksiis irraa bahu ganama har’aa irraa kaasee kan dhaabbate tahuu odeeyfannoon nannawa irraa arganne ni mul’isa.

Iddoma kanatti ganama hardhaa konkolaatan fe’umsaa lama kan gargale yoo tahu balaan nama irra gahe kan hin jirre tahuus namni naannawa irra dubbisne nuuf hime.Dhiheenya kana rooba cimaa bokkayaa jiru waliin walqabatee Oromiyaa iddoowwan hedduttii Daandii fi Riqichi cituun hawaasni rakkataa jira

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button