header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
IbaadaaOg-Barruu

Dalagaan gabroottanii bifa 3n ol fuudhamti

1. Guyyuu ganamaa fi galgala. 

2. Torbaanitti Isniinaa fi Kamisa.

3. Waggatti ji’a Sha’baan kana keessa.

Kanaaf ergamaan Rabbii Muhammad(SAW) ganamaafi galgala Zikrii jedha. Isniinaa fi Kamisaas ni Soommana. Ji’a Sha’baan kana keessaas hojiin waggaa guutuu carraaqqataa bahan waan ol fuudhamtuuf Rasuulli Soommanaa ture. Isaanitti hidhannee nulleen guyyoota kanniin Soommanuu qabna.

Yaa Rabbi nuuf laaffisi.

 

10 Comments

  1. MaashaAllah Rabiin ol tahe jannatasaatin isin haa qanansiisu
    sagantaan keessan haalaan mi,aawa fi barsiisaadha jezakallahu wakayran;
    saganta keessan download naaf godhu dide ?

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button