header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Dooniiwwan Jibuutii irraa baqattoota fe’atanii  gara Yaman imalaa turan dhidhiimuun namni 130 achi buuteen dhabame

Dhaabbanni Godaantota Addunyaa (IOM) akka himetti, Doonniiwwan lama baqattoota lammiilee Afrikaa bahaa fe’atanii Jibbuutii irraa gara Yaman imalaa, qarqara galaanaa Kaaba Baha Jibuutii keessatti dhidhiman. Akka ibsa dhaabbatichaatti,  namoota doonnii kana gubbaa turan jidduu reeffi nama 5 akka argamee fi nammoonni 130 ol achi buuteen isaanii dhabamuu ibse.

 

Namoonni Dooniiwwan lamaan irra turan hedduun lammiilee Ityoophiyaa fi Somaaliyaa tahuus odeeyfannoon  ni addeessa.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button