header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Dorgommiin Hifzii Qur’aanaa Sadarkaa Biyyoolessaatti geggeeffame xumurame

Dorgommii Hifzii Qur’aanaa kana Abbaas Hadii magaalaa Finfinnee irraa tokkoffaa bahuun Makiinaa badhaafame. Haydar Sayyiidii Jigjigaa irraa, akkasumas Abdulshakuur Badruu Naannoo Kibbaa irraa 2ffaa fi 3ffaa bahuun kan xumurame tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button