header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo Biyyaa

Dr. Jibriil Qamariif Magaalaa Adaamaatti Simannaan godhame

Aalima keenyaa guddaa Dr Jibriil Qamariif guyyaa har’aa sagantaan simannaa guddaan geggeeffame. Sagantaa kana irratti hawaasni muslimaa magaalaa Adaamaa lakkoofsaan guddaa ta’e fi keessummoonni iddoo garagaraa irraa affeerraaman saganticha irratti argamuun qooda fudhatanii jiru.

Keessumoota fi Ulamoota sagantaa kana irratti argaman jidduu:

Sheikh Muhammad Haamiddiin

Dr. Muhammad Tilmoo

Sheikh Mahmuud Huseenaa

Sheikh Abdulqaadir

Sheikh Mas’uud Nuuraa

Ustaaz Ibsaa Hasanii fi keessummoonni birootis hirmaatanii jiru.

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button