header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Dr Muhammad Abbaa Olii dorgommii Saayinsii qabeenya uumamaa idil-adduunyaa bara 2019 injifate

Dr Muhammad Abbaa Olii dorgommii qorannoo Saayinsii qabeenya uumamaa bara kanaa, kan qorannoon ogeeyyii 5278 biyyoota 90 irraa itti dhiyaate, qorannoon inni dhiheesse hunda dursuun injifatee badhaasa idil-addunyaa argate.

Kanuma hordofuun Dr Muhammad qorattoota Saayinsii qabeenya uumamaa bebbeekkamoo addunyaa 500 jidduu tokko tahee jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button