Filannoo prezdaantummaa Turkiyaatti geggeefameen Erdogaan morkattoota isaa dursaa jira

Filannoo prezdaantummaa Turkiyaatti Alhada har’aa geggeeffameen Prezdaant Rajab Xayyib Erdogaan dursaa jira. Sagalee hanga ammaatti lakkaahameen Prezdaant Erdogaan 58% ol tahe argachuun morkattoota isaa kan dursaa jiru tahuu miidiyaaleen biyyattii gabaasaa jiru.

Comments
Loading...