Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

130: Nama Sammuun Rakkoo Qabu irratti Ibaadaan dirqamaa?

Gaafii: Nama tokko ka guddina keessatti aqlii dhabe, soommanaafi salaatni isarratti ni jiraa?

 

Deebisaa: Nama osoo uf beekuu dullumaan soomana dadhabe guyyuu nama tokko irraa nyaachisan. Takkaahuu hoggaa soommanni bahe nam soddom irraa nyaachisan. Namtichi  totorra’ee aqlii dhabe ammoo salaataafi soommanalleen waa takka isarratti hin jiru.

 

 

Dr. Liwaa’ul Islaam