header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

162: Dhalaan akka dhiiraa rifeensa haquu ni dandeessii?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Intalli dhalaa takka akka dhiiraatti mataa irra haquu ni dandeessii?

 

Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, waldhabbiin dhiiraafi dhalaadhaa ahkaama bakka hedduu keessa jirti. Dhiirti imaamata matatti marattu wajjiinillee ni rafti, deemuunillee ni dandeessi. Intalli dhalaadhaa ta akka imaamata dhiiraa osoo ifirraa hin baasne wajjiin ooltee bultu waan jirtu natti hin fakkaatu. Tanaafuu irra fiinxeen dhalaa fooxaa olqabdee rifeensa isii jiifachuudha. Dhalaan rifeensa dheeratu ammoo ka mataa dhiisee rifeensa morma jalaan gad baye haquutu jira. kun hukmii shariaa keessatti haqiinsa hin jedhamu. Haqiinsa jechuun matuma gubbaa haquudha malee rifeensa morma lamaan jidduun gad bahe haquu miti.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 455

Kanas dubbisi!

172: Hukmiin dhiigaa maali?
111: Lukkuu fayyaa dhabde ajjeesuun ni tahaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button