header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

169: Dubartoonni mataa qullaa wuduu’atuu fi surree uffachuun ni tahaa?

  • Home
  • Dubartii
  • 169: Dubartoonni mataa qullaa wuduu’atuu fi surree uffachuun ni tahaa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Dubartoonni arabaa kun yoo wudu’atan mataa qullaa wudu’atanii, wudu’ani isaanii ni ta’aa? Gariin uffata gaggabaabaan deemanii gariin isaanii surreen deemanii, hoggama salaataaf dhufan waa ufitti mammaranii kun ni ta’aa?

 

 

Wuduu’in mataa duwwaa wudu’atan numa ta’aa garuu surree uffachuuf hijaaba dhiisanii uffata dhiiraa uffachuun abaaramanii jiran. Rasuulli Rabbi ? dubartii uffata dhiiraa uffattu Rahmata Rabbii irraa isii haa fageessu jedhan. Dhiirti huccuu dubartii yookaa akka dubartii mataa dheereffatu mataa dhawatu, gurra uratu Rabbi Rahmata ufi irraa isaan haa fageessu jedhan Rasuulli Rabbii. Abaarsa Rasuulaattu itti jira warra san. Garuu salaanni isaanii wuduuni isaanii numa ta’a inshaallaah yoo seera guutatan.

 

Sheikh Alii Jimmaa

 

 

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 274

Kanas dubbisi!

172: Hukmiin dhiigaa maali?
167: Haqa abbaa kiyyaatu dursa moo haqa jaarsa kiyyaattu dursa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button