Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

180: Khuxbaa Jum’aa Afaan Arabaa dhagayuu dhabuu kiyyaaf diliin narratti ni argamtii?

Gaafii: Khuxbaa Juma’aa yeroo hedduu afaan Arabaa hin dhagayuu khuxbaa juma’a dhagayuu dhabuu

kiyyaaf maali diliin narra jiru?

 

 

Deebisaa: Afaan Arabaa hanga dandeesseen baradhuu khuxbaan gorsa keetii, gorsa kankee akka dandeesseen fahami. Waan fahamuu dhabdeef ammoo Rabbiin si hin gaafatu inshaallah.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa