header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

188: Jannata keessatti dhiirri hural’eeynii qabaa dubartiin hoo huural’eenyii ni qabdii?

  • Home
  • Hukmii Addaa
  • 188: Jannata keessatti dhiirri hural’eeynii qabaa dubartiin hoo huural’eenyii ni qabdii?
Estimated reading time: < 1 min

 

 

 

Deebisaa: Dubartii Rabbi sodaattee iimaan qabdu ta Rabbiif jecha uf qabdee jannata argatte huuraleeynii dhiiraa ni argattii jechuu baaneeti. Ee ni argatti huuraleeynii dhiiraa. Akkuma dhiirri dubartii huuraleeynii argatu sanitti dubartiinillee huuraleeynii dhiiraa argatti. Huuraleeyniin dubartiin argattu akka lama. Tokko abbaa manaa saaliha, abbaa manaa gaarii dhiirsa gaarii qabdu. Rabbiin huuraleeynuma jannataa tana godhee fidaaf isuma kana jechu keeyrii irratti yoo waliin du’anii keeyrii irratti yoo waliin jiraatan. Yoo isiin dubra taate ka hin heerumin taate. Dhiira jannataa shabaaba jannataa isii heerumsiisa isatti. Kanaafuu huuraleeyniin dhiiraatis huuraleeyniin dhalaatis ni jiran jannata keessa. Akka kennuttuu Rabbi ni kenna

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

 

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 310

Kanas dubbisi!

193: Waraabessi Jinnii ni argaa, ni nyaataa?
172: Hukmiin dhiigaa maali?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button