header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

203: Nama fayyaa fi maallaqa qabu namni biraa hajjii irraa godhuun ni danda’amaa?

  • Home
  • Firummaa
  • 203: Nama fayyaa fi maallaqa qabu namni biraa hajjii irraa godhuun ni danda’amaa?
Estimated reading time: 1 min

Gaafii:  Nama tokko ka fayyaa qabu ka addunyaa irra jiru hajjii irraa godhuun ni danda’amaa? Nama tokko ka waan hajjiin godhu qabu hajjiin isarratti waajiba moo waajibaa miti?

 

 

 

 

Deebisaa:   Waa hunda dura wanni beekuu qabnu hajjiin arkaana Islaamummaa shanan irraa akka tokko ta’e beekuu qabna. Lammeessa namni Hajjiin irratti waajibaa nama qabeenya qabu ta’uudha. Yoo dhiira ta’e siinqii qabaachuu, fayyaa qabaachuu, karaan nagaya ta’uu, horiin isaa horii halaal ta’uu qaba. Nama tokko hajjiin isarratti waajiba ta’uun qabeenyaan. Eega qabeenya qabaatee waajibni isaa matama isaatiin ufirraa hajjii godhu. Ammoo addunyaa qabaatee yoo human godhuun hin qabne, fayya dhabaa ta’ee qabeenya isaa saniin nama bakka buufatee nama armaan dura hajjii godheen narraa godhi jeechu. Ammoo nama armaan dura hajjii hin gooneen naa godhi jechuu hin qabu. Ammoo nama fayyaa qabu hajjii isarraa godhuun waan rakkoon fayya dhabaa, dullumti hin jirreen isarraa godhuun hin gahu.

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 104

Kanas dubbisi!

208: Haadhaa fi Abbaa aakhramaniif Qur’aana qara’uun ni tahaa?
196:Abbaan kiyya wanta hin hayyamamne naaf biti yoo jedhe maal godha?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button