header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

209: Qabrii irratti waa ijaaruu/katabuun ni tahaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii:  Namni kiyya tokko yoo du’ee qabrii bira dhaqee yoo waa gubbatti ijaaree takkaahuu maqaa irratti katabe balleessaa jirtii?

 

 

Deebisaa:   Nabiin keenya ? ni dhoorke; qabrii takka ta waa irratti ijaaramu yoo Rabbi irratti isin geessellee irraa diigaa. Masjiida qabrii irratti ijaaruun dhoowwa. Akkasuma maqaallee irratti katabuun dhoorka. Bakka jirtan cufattuu waan akkanaa irraa walfageessaa. Ammoo bishaan irraa deebisuuf jecha takkaahuu qabrii san milikkata itti godhuuf jecha hamma taakkuu takkaa simintoo ta’uu dhagaa akka kaabitti kaahuun humaa hin qabu. Garuu taakku takka bira oldabruu dhabu.

 

 

 

Dr.Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 101

Kanas dubbisi!

216: Ilmi dhiiraa haadhaa fi abbaan isaa osoo hin beekin Nikaha hidhachuun ni tahaa?
204:Jaarsaa fi Jaartiin gargar adda turuun nikahaan ni badaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button