Gaafii: Biyyarraa bahuun jaarsi koo na baasuu, abbaan koo na baasuu ufii uf baasuu dogongora ta’uu uf beeke ammoo toowbaa kootiif biyyatti deebi’ee toowbaadhee heerumuu fedha warren keenya ka nu baasan kana hoo maaltu isaan irra jira?
Deebisaa: Eega dogongora ufitti beeytee ka heerumtu taatee Rabbiin toowbaa teellee sirraa haa qeebalu keeyruma dalagde. Ammoo warra keessan kan gaafa duraa waan kanarratti si gargaare wanni isaan irratti jiru Yaa Rabbi waan dogongoraan dalagne dhiifama nuuf godhi jedhanii Rabbii isaanii qofa araarama kadhachuudha malee kaffaaraan woyiituu isaan irra hin jirtu.
Dr.Liwaa’ulislaam