Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

270: Bishaaniin qaama qabbaneefachuun Sooma diigaa?

Gaaffii: Ramadaan dabre kana keessa soomuu dadhabneeti birdilibsitti bishaan guunnee mataa irra kaayannee akkasitti soomaa baanee lafa gammoojjii hamtuu keessa waan turreef, bishaan achirraa jigu sun matarratti nu jiga.

 

 

 

Deebisaa: Bishaan birdilibsii irraa matatti si jigu dhiisii yoo sitti jaabaatte dhiqachuuyyuu dandeessa qabbaneeffachuuf, akka afaaniif funyaan si hin seenne qofa eeggadhu malee. Kanaafuu rakkoo hin qabu.