Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

296: Qabeenya abbaa irraa dhabee nyaadhe, akkam godha

Gaafii: wallaalummaan horii namaa nyaadhee eegasii zulmii ta’uu baradhee amma abbaa isaa hin beekuu akkam godhaa?

 

 

 

Deebisaa: shari’aan maqaa isaatiin sadaqadhu jetti. Yoo nama tokko horii isaa nyaatan, ka bakka isaa hin beeyne, ka maatii isaallee hin beeyne taatee, osoo aakiraa hin deemne dafii maqaa isaatiin sadaqadhuuf. In shaa allaah.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa