header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

311: Rukuu’arraa yeroo ka’an harka eessa kaayan

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Namni tokko yoo rukua’rraa ol jedhu jiru hin beeyne maqaa isaatiin sadaqadhu.

Yoo harka isaa eeysa kaahuu qaba?

 

 

 

 

Deebisaa: Gaafii kana kilaafatu keessa jira. Sheeka keenya gurguddaa lamaan ibnu Baazii fii sheikh Albaanii isaan lamaan jidduu kilaafatu jira. Namni yoo ruku’a irraa oldeebi’u harka bakkuma duraan turtetti haa deebisan, riwaayaa jettutu jira. Riwaayaan sunillee sahiiha. Warri gariin ammoo sami’Allaahu liman hamidaah jedhanii wayta dhaabbatan, lafeen jajallatte hunduu bakka ufiitti akka deebi’u jedhan. Lafeen harkaa lamaan gad dhiisanii diriirsuudhaan namaa baldhifamtii ka jedhantu jira. Kanaafuu ka Rabbi siif laaffise godhadhu.

 

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 81

Kanas dubbisi!

312: Du’aa’ii booda harkaan qaama haxaawatuun akkam
307: Harama keessatti salaatuun sadarkaa akkamii qaba?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button