Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

313: Imaamni taa’ee namaan salaatuun akkam

Gaafii: Imaamni tokko ka dhukkubsate namaan taa’ee salaatuu danda’aahii?

 

 

Deebisaa:  Yoo imaamni isa gahu hin jirre, Ee taa’ee salaatuu ni danda’a. Yoo imaama guddaa ta’ee ka isa malee namaan hin salaanne ta’e, taa’ee namaan salaatuu ni danda’a rakkoon hin jiru.

 

 

 

Sheikh Alii Jimmaa