Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

319: Iqaamuun maletti salaata salaatuun akkam?

Gaafii: Namni tokko yoo azaanatee irraanfatee iqaamaa malee salaate akkam?

 

 

 

Deebisaa: Ulamaa garii biratti azaanaaf iqaamaan waajibatti laalama. Warri gariin ammoo waajibaa mitii jedhan. Ammoo hukmii salaata balleessuu hin gahu. Yoo hir’ate ajritu irraa hir’ata jechu.

Sheikh Alii Jimmaa