Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

325: Obboleessi waliin dalagu zakaa baasuu didee, akkam godha?

Gaafii: Afriikaa kibbaa jiraa obboleessa kiyyaan wajjiin dukkaa banadhe. obboleessi keenya  ka waliin qabnu zakaa hin baasuu  yoo ani waan zakaa itti dubbadhu ni caldhisaa akkam taanaa?

 

 

 

 

Deebisaa: Teessisii dirqiidhaan zakaa isin irra jirtu cufa baasaa. Yoo ka inni siin wajjii zakaa baasuu ka didu taate, horii kee irraa qoodadhuu horii waggaa hagas sirra jiru zakaa isii herreegii ufirraa baasi. Zakaan horii namaa ol guddifti malee gad hin buuftu.

 

Sheikh Alii Jimmaa