Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

332: Faatihaan bakka kamitti qara’ama?

Gaafii: Faatihaa yeroo kamiif yeroo kami qaraanaa?

 

 

 

 

Deebisaa: Faatiyaan salaatuma dhaabbii keessatti qara’ama. Ruku’a keessatti hin qara’amu. Namni ruku’a irratti imaama dhaqqabate osoo imaamni ol hin jedhin ni taati salaanni isaa.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa