Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

357: Dhiirri intala takka manatti yaamuu ni dandahaa?

Gaaffii:nama tokko ilma adeeraa haatahu ilma eessumaa haa ta’uu bakka dhalaan wondalaaxeen galtu yoon yaame oduu biyyaatiifi kana isa irraa barbaadachuudhaaf yaame waa ni qabaa?

 

 

 

 

 

Deebisaa : namni ati yaamtee wojjiin taa’uu dandeessu  abbaa kee, adeera kee, akaakoo kee, eeysuma kee, ilma kee, ijoollee ati haboo taatuuf, ta adaadaa taatuuf kana qofa . Namni biraa cufti odoo obboleessa abbaa keetii ilma isaa, adeera tiruullee odoo tahee ilma isaatiin wojji ta’uun sirratti haraami.

 

Dr Luwaa’ul Islaam