Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

365: Ilmoo zinaa ifirraa baasuun akkam?

Gaaffii: intalti dhalaa takka yoo ilmoo zinaa if irraa baafte hoo hukmiin isaa maali?

 

 

 

 

Deebisaa: ilmoo gaafachuu dura zinaa irraa gaafachuutu dursa ilmoon zinaa irraa dhufte zinaanis dilii guddoo kabaa’irirraayi ilmoo ifirraa baasuunis akkuma armaa olitti dhageeytani bifa isiin itti ifirraa baasaniintu laallama karuma cufattuu lubbuu baasuun haraami callaadha

 

 

 

Dr Luwaa’ul Islaam