Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

387: Dubartii aadaa qabdu wojjiin rafuun maaliif haraam godhame?

Gaaffii: yeroo dubartiin aadaa qabdu maaliif isaaniin wojjiin rafuun haraam godhame?

 

 

 

 

 

Deebisaa: aayata quraanaaru dhoorge. Rabbiin guddaan (SW) woliin hin rafinaa dhukkuba isinitti tahaa. Xuriin bahu kun xurii dhukkubaati nama dhiiraatiif miidhama taha jechu kanaaf rabbiin suuratunnisaa’i keessatti dhoowwe. Baaba aadaa keessatti

 

 

 

Sheikh Alii Jimmaa