Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

393: Jaarsaa jaartii hiikkaan malee addaan turan akkam ?

Gaaffii: namni tokko jaartii isaatiin woliin adda bahee yeroo dheeraa hin hiiknellee akkasumatti turee hukmiin isii maalii ? worri kun turuu sanaan miidhama guddaatu irra gahe jechaa jiraa?

 

 

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: intalti takka yoo adda bahaniin ka wolitti hin deebine yoo taate hiikkaa isii kufsiisuun barbaachisaadha dirqamaan nikaha namaatiin taa’uu hin qabdu jechu . Akka isiinillee furmaata ofii barbaadattu

 

Sheikh Alii Jimmaa